Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Gaaffii: Namoonni barsiifata gadhee, barsiifata gaariidhaan bakka buusuuf carraaqqii gochuun isaanii barbaachisaa sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: Lal 7:8a

Barreeffamicha Kennuuf: Mata dureewwan kun gorsa Kitaaba Qulqulluu karaa faayidaa nuuf argamsiisuun barsiifata keenya toʼachuuf nu gargaaru ibsu.

DAMMAQAA!

Gaaffii: Qajeelfamni kun hiriyoonni gaaʼelaa rakkoo tokko irratti yeroo mariʼatan isaan gargaaruu kan dandaʼu sitti fakkaataa?

Caqasa: Yaq 1:19

Barreeffamicha Kennuuf: [Mata duree fuula 10 irra jiru itti argisiisi.] Mata dureen kun dhimma kana ilaalchisee qajeelfama Kitaaba Qulqulluu dabalataa qabateera.

WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU BARABARAAFIS JIRAADHU

Gaaffii: Miseensota maatii keenyaa fi michoota keenya dabalatee hundi keenya maqaa qabna. Waaqayyo hoo maqaa qabaa? Taanaan maqaan isaa eenyu?

Caqasa: Far 83:18, NW

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun wanta Kitaabni Qulqulluun waaʼee Waaqayyoo barsiisu kan biraas qabateera. [Fuula 6 fi 7 itti argisiisi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi