Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hagayya 15-21

FAARFANNAA 102-105

Hagayya 15-21
  • Faarfannaa 19 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.3 10-11—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.3 10-11—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 164-166 key. 3-4—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 51

  • Wanta Yihowaan Isiniif Godhe Hunda Matumaa hin Irraanfatinaa (Far 103:1-5): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jw.org irratti baʼee fi Akkaataa Jireenyaa Kootti Hin Gammanne jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi. (WAAʼEE KEENYA > HOJIIWWAN jalaa argama.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Yihowaa jajachuuf sababii maalii qabna? Gaarummaa Yihowaatiin kan kaʼe gara fuulduraatti eebbawwan akkamii eegganna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 12 key. 1-12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa