Hagayya 22-28
FAARFANNAA 106-109
Faarfannaa 2 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaadhaaf Galata Galchaa!”: (Daq. 10)
Far 106:1-3—Yihowaadhaaf galata galchuun keenya kan isaaf malu dha (w15 1/15 8 key. 1; w02-AM 6/1 18 key. 19)
Far 106:7-14, 19-25, 35-39—Israaʼeloonni dinqisiifannaa waan dhabaniif amanamoo utuu hin taʼin hafan (w15 1/15 8-9 key. 2-3; w01-AM 6/15 13 key. 1-3)
Far 106:4, 5, 48—Sababii Yihowaa itti galateeffannu hedduu qabna (w11 10/15 5 key. 7; w03-AM 12/1 15-16 key. 3-6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 109:8—Waaqayyo, raajiin kun akka raawwatamuuf jedhee Yihudaan Yesuusiin dabarsee akka kennu dursee murteessee turee? (w00-AM 12/15 24 key. 20; it-1-E 857-858)
Far 109:31—Yihowaan ‘mirga nama dhabaa kan dhaabatu’ akkamitti? (w06-AM 9/1 14 key. 7)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 106:1-22
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ll 6
—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ll 7
—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 178-179 key. 14-16—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 40
Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Nuuf Kenna (Far 107:9): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Nuuf Kenna jedhu taphachiisuudhaan jalqabi. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan gaafadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 12 key. 13-25,fi irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 149 fi Kadhannaa