Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | FAARFANNAA106-109

‘Yihowaadhaaf Galata Galchaa!’

‘Yihowaadhaaf Galata Galchaa!’

Israaʼeloonni tarkaanfii Yihowaan isaan oolchuuf fudhate dafanii kan irraanfatan maaliifi?

106:7, 13, 14

  • Yihowaa irratti xiyyeeffachuu dhiisanii haala keessa turanii fi fedhii dhuunfaa irratti waan xiyyeeffataniifi dha

Amala galateeffannaa horachuu fi qabaattee itti fufuu kan dandeessu akkamitti?

106:1-5

  • Sababii hedduu itti galateeffachuu qabdu irratti xiyyeeffadhu

  • Abdii gara fuulduraa irratti xiinxali

  • Eebbawwan Yihowaa irraa argatte caqasiitii kadhannaadhaan isa galateeffadhu