Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | FAARFANNAA 110-118

“Ani Waaqayyoof Maalan Deebisa?”

“Ani Waaqayyoof Maalan Deebisa?”

Faarfatichi Yihowaan ‘futtaasaa duʼaa’ jalaa waan isa oolcheef guddaa isa galateeffateera. (Far 116:3) Waadaa Yihowaadhaaf gale hunda eeguu fi wanta Inni isa irraa eegu hunda raawwachuudhaan galata Yihowaadhaaf qabu argisiisuuf kutatee ture.

Torban kana Yihowaa kanan galateeffadhu maaliifi?

Galatan Yihowaadhaaf qabu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?