Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | FAARFANNAA 92-101

Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa ni Lalisuu

Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa ni Lalisuu

92:12

Mukti meexxii waggaa 100 ol jiraata; yeroo kanatti illee ija godhachuu ni dandaʼa

Maanguddoonni wantoota armaan gadii gochuudhaan firii hafuuraa godhachuu dandaʼu:

92:13-15

  • Waaʼee warra kaanii kadhachuudhaan

  • Kitaaba Qulqulluu qoʼachuudhaan

  • Walgaʼii gumii irratti argamuu fi yaada kennuudhaan

  • Muuxannoo isaanii warra kaanitti himuudhaan

  • Garaa guutuudhaan lallabuudhaan