BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Hagayya 2019
Maree Fakkeenya Taʼu
Maree fakkeenya taʼuu fi waadaa amansiisaa Waaqayyo yeroo gara fuulduraa ilaalchisee gale ibsu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”
Humna Waaqni qabu irratti yoo amanamne, yeroo qorumsi nu mudatutti ija jabina argisiisuu dandeenya.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa
Namoonni yeroo waliin dabarsinu jireenya keenya irratti dhiibbaa gaariis taʼe gadhee geessisuu dandaʼu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Jaarsolii Muudaa’
Obboloonni gumii Kiristiyaanaa keessatti dursa fudhatanii tajaajilan akkaataa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsameen muudamu.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Dargaggootaa, ‘Hojii Gaariidhaaf kan Hinaaftan’ Taʼaa
Dargaggoonni galma qajeelchaa gargaaraa ykn qajeelchaa yeroo hundaa taʼuuf baafatan galmaan gaʼuu kan dandaʼan akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Qajeelina Jaalladhaa, Jalʼina Immoo Jibbaa
Qajeelina akka jaallannuu fi jalʼina akka jibbinu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa
Gara boqonnaa Waaqayyootti galuu kan dandeenyu akkamitti? Achi keessa turuuf hoo maal gochuu qabna?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Hojiiwwan Gaarii hin Irraanfatamne
Betʼel keessatti Yihowaa tajaajiluuf gaʼumsa qabaachuu kan dandeessu akkamitti?