Hagayya 19-25
IBROOTA 1-3
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Qajeelina Jaalladhaa, Jalʼina Immoo Jibbaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Ibroota jedhamu taphachiisi.]
Ibr 1:8—Yesuus ‘ulee qajeelinaatiin’ bulcha (w14 2/15 5 key. 8)
Ibr 1:9—Yesuus qajeelina ni jaallata, jalʼina immoo ni jibba (w14 2/15 4-5 key. 7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 1:3—Yesuus yeroo hunda eenyummaa Abbaa isaa guutummaatti ni calaqqisiisaa? (it-1-E 1185 key. 1)
Ibr 1:10-12—Phaawulos Faarfannaa 102:25-27 Yesuus Kiristoosiif kan hojjetu akka taʼetti kan ibse maaliifi? (it-1-E 1063 key. 7)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 1:1-14 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa afeerrii walgaʼiiwwan gumii fi viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhu beeksisi. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 61
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa