Hagayya 26–Fulbaana 1
IBROOTA 4-6
Faarfannaa 5 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa”: (Daq. 10)
Ibr 4:1, 4—Boqonnaan Waaqayyoo maal akka taʼe adda baafadhaa (w11 7/15 24-25 key. 3-5)
Ibr 4:6—Yihowaadhaaf ajajamaa (w11 7/15 25 key. 6)
Ibr 4:9-11—Wanta isinumti barbaachisaadha jettanii yaaddan qofa duukaa hin buʼinaa (w11 7/15 28 key. 16-17)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 4:12—Akka caqasa kanaatti ‘dubbii Waaqayyoo’ kan jedhame maali dha? (w16.09 13)
Ibr 6:17, 18—‘Wantoonni hin jijjiiramne lamaan’ caqasa kana irratti ibsaman maali dha? (it-1-E 1139 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 5:1-14 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 199 key. 7-8 (th qoʼannaa 12)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Hojiiwwan Gaarii hin Irraanfatamne”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Tajaajila Betʼeliif Of Dhiheessi jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 62
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa