Chiiliitti qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu yommuu geggeeffamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Muddee 2016

Ittiin Lixa

Ittiin lixa Dammaqaa! fi wanta rakkinaaf sababii taʼe ilaalchisee dhugaa isaa barsiisuuf gargaaru. Fakkeenya kenname fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Kottaa Gara Tulluu Waaqayyootti Ol In Baanaa!’

Isaayaas raajichi sabni Waaqayyoo nagaa akka hordofan argisiisuuf, meeshaan waraanaa meeshaa qotiisaatti akka jijjiiramu ibseera. (Isaayaas 2:4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kitaaba “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa” Jedhamuun Garaa Namootaa Tuquu

Kitaabni “Jaalala Waaqayyoo” barattoonni Kitaaba Qulqulluu qajeelfama Waaqayyoo jireenya isaanii keessatti akkamitti akka hojii irra oolchan hubachiisa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Raajiiwwan Masiihicha Irratti Raawwataman

Isaayaas raajichi Masiihichi naannoo Galiilaatti akka lallabu raajii dubbateera. Yesuus misiraachoo lallabuuf yeroo deemetti raajiin kun raawwatameera.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!”

Amala tole jechuu fi amantii Isaayaas hordofuu kan dandeenyu akkamitti? Muuxannoo maatii bakka gargaarsi barbaachisutti lallabuuf deemanii irraa baradhaa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti

Raajiin Isaayaas waaʼee jannataa dubbate kanaan dura kan raawwatame, yeroo ammaattii fi gara fuulduraatti kan raawwatamu akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Barumsi Waaqayyoo Halaalatti Nama Jibbuu ni Injifata

Namoonni diinota waliif turan lama amma obboloota hafuuraa taʼaniiru—barumsi Waaqayyo tokko gochuuf humna akka qabu nu yaadachiisa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Karaa Sirrii hin Taaneen Aangootti Fayyadamuun Aangoo Nama Dhabsiisa

Shebnaan aangoo isaa akkamitti itti fayyadame? Yihowaan inni Eliyaaqimiin akka bakka buufamu kan godhe maaliifi?