Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 12-18

Isaayaas 6-10

Muddee 12-18
  • Faarfannaa 43 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Masiihichi Raajiiwwan Akka Raawwataman Godheera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 7:3, 4—Yihowaan Ahaaz Mootichi inni hamaan akka oolu kan godhe maaliifi? (w06-AM 12/1 9 key. 3)

    • Isa 8:1-4—Raajiin kun kan raawwatame akkamitti? (it-1-E 1219; ip-1-AM 111-112 key. 23-24)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 7:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU