Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 19-25

Isaayaas 11-16

Muddee 19-25

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 11:1, 10—Yesuus Kiristos “hidda Iseyi,” akkasumas damee ‘hundee Iseyi keessaa baʼu’ taʼuu kan dandaʼu akkamitti? (w06-AM 12/1 9 key. 5)

    • Isa 13:17—Warri Medoon meetii akka tuffatanii fi warqee akka hin jaallanne kan dubbatame maaliifi? (w06-AM 12/1 10 key. 10)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 13:17–14:8

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Iyo 34:10—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 8:9;1Yoh 5:19—Dhugaa Barsiisaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 54 key. 9—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU