Karaa Sirrii hin Taaneen Aangootti Fayyadamuun Aangoo Nama Dhabsiisa
Shebnaan mana Hisqiyaas Mootichaa keessatti taʼuu dandaʼa, ‘hojii mana mootummaa kan adeemsisu’ ture. Mootichatti aanee aangoo kan qabu isa waan tureef, wanta hedduutu isa irraa eegama ture.
-
Shebnaan kunuunsa saba Yihowaatiif barbaachisu gochuu qaba ture
-
Ofittummaadhaan kakaʼee ulfina argachuu barbaade
-
Yihowaan Shebnaan Eliyaaqimiin akka bakka buufamu godheera
-
Eliyaaqimiif “gooftummaa inni ittiin mana Daawit banu” kennameefii ture; kun immoo aangoo argisiisa
Mee Yaadi: Shebnaan aangoo isaa namoota kaan gargaaruuf akkamitti itti fayyadamuu dandaʼa ture?