Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 5-11

Isaayaas 1-5

Muddee 5-11
  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Kottaa Gara Tulluu Waaqayyootti Ol in Baanaa!’: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Isaayaas jedhamu taphachiisi.]

    • Isa 2:2, 3—“Tulluu mana Waaqayyoo” kan jedhame waaqeffannaa dhugaa argisiisa (ip-1-AM 38-41 key. 6-11; 44-45 key. 20-21)

    • Isa 2:4—Waaqeffattoonni Yihowaa deebiʼanii lola hin baratan (ip-1-46-47 ¶24-25)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 1:8, 9—Mandarri Xiyoon “akka gordommoo iddoo dhaabaa waynii jiruu” kan taate akkamitti? (w06-AM 12/1 8 key. 5)

    • Isa 1:18—Yihowaan, “Kottaa mee walii wajjin dhugaa in baafnaa” yommuu jedhu maal jechuu isaa ti? (w06-AM 12/1 9 key. 1; it-2-E 761 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 5:1-13

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Maree “Ittiin Lixa” viidiyoo irratti hundaaʼee godhamu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 139

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7) Akka filannootti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb16-E 32 key. 3–34 key. 1)

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Kitaaba Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa’ Jedhamuun Garaa Namootaa Tuquu”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni jiʼa kana keessa kutaa barataa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jedhu dhiheessan, qabxiiwwan kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 261-262 irra jiran akka hojii irra oolchan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 20 key. 1-13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 154 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Faarfachuu keessan dura muuziqaa isaa takkaa dhageessisaa.