Afriikaa Kibbaatti waaqeffannaa maatii irratti yommuu faarfatan

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Muddee 2018

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi mata duree kaayyoo jireenyaa fi abdii gara fuulduraa Waaqayyo kenne ilaalchisee ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Namni Gara Jabinaan Ariʼachaa Ture Dhugaa Baatuu Hinaaffaa Qabu Taʼe

Kitaaba Qulqulluu qoʼachaa kan jirtuu fi hamma yoonaatti kan hin cuuphamne yoo taate, wanta barachaa jirtu yeruma sana hojii irra oolchuu ilaalchisee fakkeenya Saaʼol hordofuu kan dandeessu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barnaabaasii fi Phaawulos Bakkawwan Fagoo Deemanii Namoota Barattoota Godhaniiru

Ariʼatamni cimaan isaan irra gaʼu iyyuu, Barnaabaasii fi Phaawulos namoonni garaa qajeelaa qaban Kiristiyaanota akka taʼan carraaqqii guddaa godhaniiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota “Kakaʼumsa Sirrii Qaban” Barattoota Akka Taʼan Gargaaruu

Hojii barattoota gochuu irratti Yihowaa wajjin kan hojjennu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Murtoo Dubbii Waaqayyoo Irratti Hundaaʼee fi Sagalee Tokkoon Murteeffame

Akkaataa dhimmi kun itti furame irraa maal barachuu dandeenya?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaatti Fayyadamaatii Gammachuudhaan Yihowaa Jajadhaa

Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuun dhiibbaa gaarii akkamii nu irratti godha?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Lallabuu fi Barsiisuu Irratti Fakkeenya Phaawulos Ergamaa Hordofaa

Yeroo tajaajillutti fakkeenya Phaawulos ergamaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Ofii Keessaniifis Taʼe Tuuta Hoolotaa Hundaaf Xiyyeeffannaa Kennaa’

Tokkoon tokkoon hoolotaa dhiiga Yesuus isa gatii guddaa qabuun akka bitaman waan yaadataniif jaarsoliin tuuta tiksitoota taʼaniif ni sooru, eegumsa ni godhu, ni kunuunsus.