Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 17-23

HOJII ERGAMOOTAA 15-16

Muddee 17-23
  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Murtoo Dubbii Waaqayyoo Irratti Hundaaʼee fi Sagalee Tokkoon Murteeffame”: (Daq. 10)

    • HoE 15:1, 2—Dhimmi dhaqna qabaa ilaalchisee gumii Kiristiyaanaa jaarraa jalqabaatti kaʼee ture gumicha qoqqooduu jala gaʼee ture (bt-AM 102-103 key. 8)

    • HoE 15:13-20—Murtoon qaamni ol aanaan dabarse Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaaʼe ture (w12 1/15 5 key. 6-7)

    • HoE 15:28, 29; 16:4, 5—Murtoon qaamni ol aanaan dabarse gumiiwwan amantiitti akka ciman godheera (bt-AM 123 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 16:6-9—Tajaajila keenya balʼifachuu ilaalchisee seenaa kana irraa maal baranna? (w12 1/15 10 key. 8)

    • HoE 16:37—Phaawulos ergamaan misiraachicha babalʼisuuf mirga lammii Roomaa taʼuu isaatti kan fayyadame akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 16:25-40

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU