Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 3-9

HOJII ERGAMOOTAA 9-11

Muddee 3-9

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Namni Gara Jabinaan Ariʼachaa Ture Dhugaa Baatuu Hinaaffaa Qabu Taʼe”: (Daq. 10)

    • HoE 9:1, 2—Saaʼol gara jabinaan barattoota Yesuus ariʼachaa ture (bt-AM 60 key. 1-2)

    • HoE 9:15, 16—Saaʼol waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼuuf filatame (w16.06 7 key. 4)

    • HoE 9:20-22—Saaʼol dhugaa baatuu hinaaffaa qabu taʼe (bt-AM 64 key. 15)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 9:4—Yesuus, Saaʼoliin “Maaliif na ariʼatta?” jedhee kan gaafate maaliifi? (bt-AM 60-61 key. 5-6)

    • HoE 10:6—Pheexiros ergamaan mana namicha gogaa duugu tokkoo buufachuun isaa xiyyeeffannaa keenya kan harkisu maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 9:10-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 6

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 58

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 29

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 146 fi Kadhannaa