Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 19-20

‘Ofii Keessaniifis Taʼe Tuuta Hoolotaa Hundaaf Xiyyeeffannaa Kennaa’

‘Ofii Keessaniifis Taʼe Tuuta Hoolotaa Hundaaf Xiyyeeffannaa Kennaa’

20:28, 31, 35

Jaarsoliin tokkoon tokkoon hoolotaa dhiiga Kiristoos isa gatii guddaa qabuun akka bitaman yaadachuudhaan, tuuta tiksitoota taʼanii eegan sooruu, eegumsa gochuu fi kunuunsuu qabu. Kiristiyaanonni, jaarsolii akkuma Phaawulos tuutichaaf jecha ofittummaa malee of kennan guddaa dinqisiifatu, akkasumas ni jaallatu.