Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEEWWOTA 14-15

Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata

Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata

15:13-15, 28-31

Jaalala Waaqayyoo keessa jiraachuu keenya itti fufuuf, karaa keessaas taʼe karaa alaa qulqulluu taʼuu qabna. Kana jechuun addunyaan naannoo keenya jiru hammam iyyuu yoo mancaʼe, ulaagaa Yihowaan karaa qaamaa, karaa miiraa fi karaa hafuuraa qulqulluu taʼuu ilaalchisee baase amanamummaadhaan eegna jechuu dha. Wanta Abbaan keenya inni samii xuraaʼaa akka taʼetti ilaalu akkamii iyyuu hin tuqnu.

Ulaagaa addunyaa kanaa hordofuu irraa fagaachuun koo kan na fayyadu akkamitti?