Muddee 28, 2020–Amajjii 3, 2021
LEEWWOTA 16-17
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?”: (Daq. 10)
Lew 16:12—Lubni ol aanaan akka fakkeenyaatti Yihowaa dura dhaabbata (w19.11 21 key. 4)
Lew 16:13—Lubni ol aanaan Yihowaadhaaf ixaana dhiheessa (w19.11 21 key. 5)
Lew 16:14, 15—Sana booda lubni ol anaan cubbuu lubootaa fi cubbuu sabichaatiif araara argamsiisa (w19.11 21 key. 6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 16:10—Reʼeen Azaazeeliif baʼu aarsaa Yesuusiif fakkeenya kan taʼu akkamitti? (it-1-E 226 key. 3)
Lew 17:10, 11—Dhiiga fudhachuu irraa kan fagaannu maaliifi? (w14 11/15 10 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 16:1-17 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama ittiin qoʼachiisnu tokko kenniif. (th qoʼannaa 4)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 1 key. 1-2 (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaatti Barachuuf Fedhii Qabdaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Misiyoonota Hojii Makaraa Irratti Hojjetan jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 2 key. 19-27
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa