Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 7-13

LEEWWOTA 10-11

Muddee 7-13

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Tolaan mormii baramaa kaʼeef deebii kan kenne akkamitti? Faarfannaa 1:1, 2tti fayyadamtanii nama tokko mariisisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistu walgaʼii irratti akka argamu waraqaa affeerrii gumii kenniif; akkasumas viidiyoo, Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w11 2/15 12—Mata Duree: Museen Aariin Eleʼazaarii fi Itaamaaritti Aare kan Irraa Gale Akkamitti? (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU