Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 13-19

ISAAYAAS 52-57

Guraandhala 13-19
  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Kiristoos Nuuf Jedhee Dhiphate”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 54:1—‘Dubartii dhabduun’ raajii kana irratti ibsamte eenyu? ‘Ijoolleen’ ishii hoo eenyufaʼi? (w06-AM 3/15 11 key. 2)

    • Isa 57:15—Yihowaan “warra garaan isaanii cabee fi warra gad deebiʼanii” wajjin kan ‘jiraatu’ akkamitti? (w05-AM 10/15 26 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 57:1-11

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ol—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ol 30-31—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 14-15 ¶16-17—Dandaʼamnaan, abbaan tokko ilma isaa ykn intala isaa yommuu qoʼachiisu kan argisiisu haa taʼu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU