Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 20-26

ISAAYAAS 58-62

Guraandhala 20-26
  • Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Waggaa Waaqayyo Biratti Jaallatamee Fudhatame Labsaa’: (Daq. 10)

    • Isa 61:1, 2—Yesuus ‘waggaa Waaqayyo biratti jaallatamee fudhatame labsuuf’ dibame (ip-2-AM 322 key. 4)

    • Isa 61:3, 4—Yihowaan hojii isaa akka deggeruuf “qilxuu qajeelinaa” qopheesseera (ip-2-AM 326-327 key. 13-15)

    • Isa 61:5, 6—“Ilmaan ormaa” “luboota Waaqayyoo” wajjin duula lallabaa addunyaa maratti taasifamee hin beekne guddaa irratti ni hirmaatu (w12 12/15 25 key. 5-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 60:17—Yihowaan guyyoota gara dhumaatti raajiin kun akka raawwatamu kan godhe karaawwan kamiini? (w15 7/15 9-10 key. 14-17)

    • Isa 61:8, 9—“Kakuu bara baraa” kan jedhame maali dha? “Sanyii isaanii” kan jedhaman hoo eenyufaʼi? (w07-AM 1/15 11 key. 5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 62:1-12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.1 fuula jalqabaa

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.1 fuula jalqabaa

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 16 key. 19—Dandaʼamnaan, haati tokko intala ishii xinnoo utuu qoʼachiistuu kan argisiisu haa taʼu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU