Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 27–Bitootessa 5

ISAAYAAS 63-66

Guraandhala 27–Bitootessa 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu”: (Daq. 10)

    • Isa 65:17—“Wanti dur taʼe hin yaadatamu” (ip-2-AM 383 key. 23)

    • Isa 65:18, 19—Yeroon sun yeroo baayʼee gammachiisaa taʼa (ip-2-AM 384 key. 25)

    • Isa 65:21-23—Jireenyi gammachiisaa taʼa; namoonnis tasgabbiidhaan jiraatu (w12 9/15 9 key. 4-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 63:5, NW—Dheekkamsi Waaqayyoo kan isa deggere akkamitti? (w07-AM 1/15 11 key. 6)

    • Isa 64:8—Yihowaan aboo akka supheetti nu tolchuuf qabutti kan fayyadame akkamitti? (w13 6/15 25 key. 3-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 63:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU