Guraandhala 6-12
ISAAYAAS 47-51
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaadhaaf Ajajamuun Eebba Argamsiisa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Isa 49:6—Tajaajilli Masiihichi lafa irratti raawwate Israaʼelootaaf qofa taʼus, “saba lafa irraatiif ifa” taʼuu kan dandaʼu akkamitti? (w07-AM 1/15 10 key. 1)
Isa 50:1—Yihowaan, “Caaffanni ani ittiin haadha keessan gad dhiise meerree?” jedhee Israaʼeloota kan gaafate maaliifi? (it-1-E 643 key. 4-5)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 51:12-23
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7) Akka filannaatti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb16-E 144-145)
Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaadhaaf Ajajami: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaadhaaf Ajajami jedhu taphachiisuudhaan jalqabi (IJOOLLEE jalaa argama). Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Sababii guddaan Yihowaadhaaf itti ajajamnu maal taʼuu qaba? (Fak 27:11) Karaawwan ijoolleen Yihowaadhaaf itti ajajaman tokko tokko kamfaʼi? Karaawwan gaʼeessonni Yihowaadhaaf itti ajajaman tokko tokko hoo kamfaʼi?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergamee fi boq. 1 key. 1-10
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 23 fi Kadhannaa