Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taˈu

Maree Fakkeenya Taˈu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kaayyoon jireenyaa maali dha?

Caqasa: Uma 1:27, 28

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo isaa ni raawwata jennee kan amannu maaliifi?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo isaa ni raawwata jennee kan amannu maaliifi?

Caqasa: Iya 21:45

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo yeroo gara fuulduraa ilaalchisee abdii akkamii kenneera?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Waaqayyo yeroo gara fuulduraa ilaalchisee abdii akkamii kenneera?

Caqasa: Mul 21:4

Yeroo Itti Aanuuf: Eebbawwan Waaqayyo fiduuf abdii kenne argachuu kan dandeenyu akkamitti?