Sadaasa 11-17
2 YOHAANNIS 1-13; 3 YOHAANNIS 1-14–YIHUDAA 1-25
Faarfannaa 128 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dhugaa Keessa Jiraachuuf Jabaannee Loluu Qabna”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Yohaannis jedhamu taphachiisi.]
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 3 Yohaannis jedhamu taphachiisi.]
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Yihudaa jedhamu taphachiisi.]
Yih 3—‘Amantiidhaaf jabaadhaa lolaa’ (w04-AM 9/15 11-12 key. 8-9)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yih 4, 12—Namoonni Waaqayyoon hin beeknee fi gumii Kiristiyaanaa keessa dhokatanii seenan ‘afeerraa jaalalaa irratti dhagoota bishaan keessa dhokatanii’ wajjin kan wal fakkaatan maaliifi? (it-2-E 279, 816)
Yih 14, 15—Heenok waaʼee taʼee gara fuulduraa jechoota wanta darbe argisiisanitti fayyadamee kan dubbatee maaliifi? Raawwiin raajii isaa hoo maali dha? (wp17.1 12 key. 1, 3)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Yo 1-13 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 6)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 73
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 102 fi Kadhannaa