Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sadaasa 25–Muddee 1

MULʼATA 4-6

Sadaasa 25–Muddee 1

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Abboota Fardeenii Gulufan Arfan”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 4:4, 6—Jaarsoliin 24 fi uumamawwan jiraatoon afur maal argisiisu? (re-AM 76-77 key. 8; 80 key. 19)

    • Mul 5:5—Yesuus ‘leenca gosa Yihudaa’ jedhamee kan waamame maaliifi? (cf 42 key. 5-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 4:1-11 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 46

  • Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata”: (Daq. 15) Marii jaarsa tokkoon dhihaatu. Viidiyoo Akkaataa Meeshaa Elektirooniksiitiin Buusii Gochuu Itti Dandeenyu jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi. Babalʼistoonni odeeffannoo buusii gochuuf gargaaru argachuuf fuula jalqabaa weebsaayitii jw.org irratti ykn appilikeeshinii JW Library irratti mallattoo buusii gara gajjallaatti argamu tuquu ykn bakka teessoo weebsaayitii itti guutan irratti donate.pr418.com jedhanii barreessuu akka dandaʼan isaan beeksisi. Xalayaa galataa buusii waggaa darbee ilaalchisee waajjira damee irraa ergame dubbisi. Deggersa isaan arjummaadhaan godhaniif gumicha galateeffadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 75

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 111 fi Kadhannaa