Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MULʼATA 4-6

Abboota Fardeenii Gulufan Arfan

Abboota Fardeenii Gulufan Arfan

6:2, 4-68

Yesuus Seexanaa fi jinniiwwan isaa samii keessa jiran irratti lola banee lafa irratti qofa akka daangeffaman gochuudhaan ‘moʼaa baʼe.’ Yesuus guyyoota gara dhumaa keessatti tajaajiltoota isaa gargaaruu fi eeguudhaan isaaniif jecha moʼuu isaa itti fufeera. Armaagedoonitti abboota fardeenii gulufan sadan yeroo barbadeessuu fi sana booda miidhaa gulufuun isaanii geessise yeroo sirreessutti ‘moʼicha isaa ni xumura.’