Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sadaasa 4-10

1 YOHAANNIS 1-5

Sadaasa 4-10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Miira Hoʼaa Qabaachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 11 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w04-AM 10/1 29—Mata Duree: Yohaannis, 1 Yohaannis 4:18 irratti “jaalalli guutuun sodaa baasee gata” yeroo jedhu maal jechuu isa ture? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU