Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 YOHAANNIS 1-5

Addunyaas Taʼe Wantoota Addunyaa Keessa Jiran hin Jaallatinaa

Addunyaas Taʼe Wantoota Addunyaa Keessa Jiran hin Jaallatinaa

2:15-17

Seexanni Yihowaa irraa akka fagaannu gochuuf wantoota addunyaa armaan gaditti ibsamanii fi nu hawwatan sadiitti fayyadama. Wantoota kana namoota kaaniif akkamitti ibsita?

  • ‘Hawwii foonii’

  • ‘Hawwii ijaa’

  • “Qabeenya ofii argisiifachuu”