Onkoloolessa 17-23
FAKKEENYA 12-16
Faarfannaa 11 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ogummaan Warqee Irra Wayya”: (Daq. 10)
Fak 16:16, 17—Namni ogeessi Dubbii Waaqayyo ni qoʼata, hojii irras ni oolcha (w07-AM 7/15 8)
Fak 16:18, 19—Namni ogeessi of gurguddisuu fi of bokoksuu irraa ni fagaata (w07-AM 7/15 8-9)
Fak 16:20-24—Namni ogeessi dubbii warra kaan jajjabeessu dubbata (w07-AM 7/15 9-10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Fak 15:15—Jireenyatti gammaduu kan dandeenyu akkamitti? (g-AM 11/13 16)
Fak 16:4—Yihowaan jalʼoota “sababii uumeef qaba” jechuun kan dandaʼamu akkamitti? (w07-AM 5/15 18-19)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 15:18–16:6
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Yoh 11:11-14—Dhugaa Barsiisaa. Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 3: 1-6; Rom 5:12—Dhugaa Barsiisaa. Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 191 key. 18-19—Baratichi walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 20
“Deebii Gaarii Deebisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Deebii Deebisuuf Qophaaʼi jedhu taphachiisi. (JW.ORG irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > IJOOLLEE ykn JW Library irraa kutaa CHILDREN jedhu jalaa argama.) Achiis ijoollee filataman gara waltajjiitti afeeriitii gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Deebii deebisuuf yommuu qophoofnu wantoonni gochuu qabnu afur maal faʼi? Deebii kennuuf carraa argachuu baannus gammadoo taʼuu kan dandeenyu maaliifi?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 16 key. 16-29 saanduqa ful. 164; fi irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 16 fi Kadhannaa