Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 24-30

FAKKEENYA 17-21

Onkoloolessa 24-30
  • Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Waraqaa afeerrii walgaʼiiwwan gumii kenni. (inv)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) inv—Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisuudhaan xumuri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 57 key. 14-15—Baratichi walgaʼii irratti yeroo argamutti uffannaa fi akkaataa miidhaginaa isaa fooyyeffachuu akka qabu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 35

  • Nagaa Uumuun Eebba Argamsiisa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Nagaa Uumuun Eebba Argamsiisa jedhamu argisiisi. (JW Library irraa Apply Bible Principles jalaa argama.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Yommuu nagaan booraʼutti nagaa uumuuf tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuu qabna? Gorsa Fakkeenya 17:9 fi Maatewos 5:23, 24 irra jiru hojii irra yoo oolchine eebba akkamii arganna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 17 key. 1-13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa