Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAKKEENYA 17-21

Namootaa Wajjin Nagaadhaan Jiraadhaa

Namootaa Wajjin Nagaadhaan Jiraadhaa

Nagaan saba Yihowaa gidduu jiru akkasumaan kan argame miti. Yommuu walitti buʼiinsi uumamu, miirri nutti dhagaʼamu cimaa taʼuu dandaʼus, gorsi Dubbii Waaqayyoo keessa jiru caalaatti cimaa dha.

Yommuu rakkinni uumamu, Kiristiyaanonni amanamoon nagaadhaan jiraachuuf . . .

19:11

  • ni tasgabbaaʼu

18:13, 17

  • deebii kennuu isaanii dura haala isaa guutummaatti hubachuuf yaalu

17:9

  • warra isaan mufachiisaniif jaalalaan dhiifama godhu