Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 3-9

FAKKEENYA 1-6

Onkoloolessa 3-9
  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Garaa kee Guutuu Waaqayyoon Amanadhu”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Fakkeenyaa jedhamu taphachiisi.]

    • Fak 3:1-4—Gaarummaa [“jaalala amanamaa,” NW] fi amanamummaa argisiisaa (w00-AM 1/15 23-24)

    • Fak 3:5-8—Amantii Yihowaa irratti qabdan guddifadhaa (w00-AM 1/15 24)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 1:7—Yihowaa sodaachuun “jalqaba ogummaa” kan taʼe akkamitti? (w06-AM 9/15 17 key. 1; it-2-E 180)

    • Fak 6:1-5—Walii galtee daldalaa sirrii hin taane keessa yoo galle maal gochuun keenya gaarii dha? (w00-AM 9/15 25-26)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 6:20-35

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni, carraaqqii addunyaa maratti walgaʼii irratti namoota afeeruuf godhamu irratti guutummaatti akka hirmaatan jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 16

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8) Yoo barbaaddan Kitaaba Waggaa irratti mariʼadhaa. (yb16-E 25-27)

  • Namoota Walgaʼii Keenya Irratti Argamanitti Gaarummaa Argisiisaa (Fak 3:27): (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu argisiisi. (JW.ORG irraa WAAʼEE KEENYA > WALGAʼIIWWAN ykn JW Library irraa kutaa OUR MEETINGS AND MINISTRY jedhu jalaa argama.) Achiis jiʼa Onkoloolessaatti qofa utuu hin taʼin, yeroo hunda Galma Mootummaa keessa haalli gaariin akka jiraatuuf gaʼee keenya raawwachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe gaafadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 15 key. 15-26 fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 43 fi Kadhannaa