“Ilmaan Keessanii fi Intaloonni Keessan Raajii in Dubbatu”
Kiristiyaanonni dibamoon hojii raajii dubbachuu irratti ni hirmaatu. Waaʼee “hojiiwwan Waaqayyoo warra guguddaa” ni dubbatu, akkasumas ‘misiraachoo Mootummichaa’ ni lallabu. (HoE 2:11, 17-21; Mat 24:14) Hoolonni kan biraanis isaan deggeruudhaan hojii kana irratti ni hirmaatu
‘Maqaa (Yihowaa) waammachuu’ jechuun maal jechuu dha?
-
Maqicha beekuu
-
Maqichaaf ulfina kennuu
-
Qaama maqaa kanaan waamamutti amanamuu
Akkana jedhaa of gaafadhaa, ‘Hojii Kiristiyaanonni dibamoon raajii dubbachuudhaan raawwatan deggeruu kanan dandaʼu Akkamitti?’