Obboloonni Maalaawwii yommuu jaalala walitti argisiisan

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Onkoloolessa 2018

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi mata duree namoonni maaliif rakkatu, akkasumas Waaqayyo kana ilaalchisee maal godha jedhu irratti hundaaʼe.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa

Yesuus, inni tiksee gaarii taʼe hoolota isaatiif dhuunfaatti, wanta isaan barbaachisu, dadhabina isaanii fi cimina isaanii ni beeka.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gara Laafina Argisiisuu Irratti Fakkeenya Yesuus Hordofaa

Amalli gara laafinaa fi namaaf gadduu Yesuus qabu baayʼee dinqisiisaa kan taʼe maaliifi?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Ani Fakkeenya Isiniif Ta’eera”

Yesuus miilla ergamoota isaa dhiquudhaan amala gad of qabuu akka horatanii fi hojiiwwan xixinnoo obboolota isaaniitiif akka hojjetan isaan barsiseera.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Ofittummaa fi Aaruu Irraa Fagaadhaa

Jaalala Kiristoos argisiise argisiisuudhaaf, fedhii warra kaaniitiif xiyyeeffannaa kennuu fi aaruu irraa of qusachuu qabna.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’

Duuka buutonni Yesuus gocha namoota addunyaa naannoo isaanii jiraniitiin xuraaʼuu irraa fagaatanii jiraachuuf ija jabinni isaan barbaachisa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa

Tokkummaa qabaannee jiraachuudhaaf jaalala isa ‘Miidhaa isa irra gaʼe galmeessee hin qabanne’ argisiisuu qabna.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yesuus Dhugaadhaaf Dhugaa Baʼeera

Barattoota Yesuus waan taaneef, nutis dubbii fi gocha keenyaa dhugaadhaaf dhugaa baana.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Dhugaatti Gammadaa

Addunyaa sobaa fi jalʼinaan guutame keessa kan jiraannu taʼus, dhugaadhaaf dhugaa baʼuu fi dhugaatti gammaduu qabna.