Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 1-7

YOHAANNIS 9-10

Onkoloolessa 1-7
  • Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa”: (Daq. 10)

    • Yoh 10:1-3, 11, 14—Yesuus inni, “tiksee gaarii,” taʼe hoolota isaa dhuunfaatti isaan beeka akkasumas wanta isaan barbaachisu isaaniif kennuudhaan isaan kunuunsa (nwtsty miidiyaa; w11 5/15 7-8 key. 5)

    • Yoh 10:4, 5—Hoolonni sagalee keessummaa utuu hin taʼin, sagalee Yesuus beeku (cf 146-147 key. 17)

    • Yoh 10:16—Hoolonni Yesuus tokkummaa qabanitti gammadu (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 9:38—Namichi duraan kadhataa fi qaro dhabeessa ture, Yesuusiif kan sagade miira akkamiitiin kakaʼee ti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 10:22—Ayyaanni Haareffama Mana Qulqullummaa maal ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 9:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 62

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 20

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 66 fi Kadhannaa