Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 9-10

Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa

Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa

10:1-5, 11, 14, 16

Hariiroon tiksee tokkoo fi hoolota isaa gidduu jiru beekumsaa fi wal amanuu irratti kan hundaaʼe dha. Yesuus, inni tiksee gaarii taʼe hoolota isaatiif dhuunfaatti, wanta isaan barbaachisu, dadhabina isaanii fi cimina isaanii ni beeka. Hoolonnis tikisicha ni beeku, qajeelfama inni isaaniif kennuttis ni amanamu.

Yesuus Tiksee Gaarii Taʼuu Isaa kan Argisiise Akkamitti?

  • hoolota isaa walitti qabuudhaan

  • hoolota isaatiif qajeelfama kennuudhaan

  • hoolota isaatiif eegumsa gochuudhaan

  • hoolota isaa sooruudhaan