Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 13-14

“Ani Fakkeenya Isiniif Ta’eera”

“Ani Fakkeenya Isiniif Ta’eera”

13:5, 12-15

Yesuus miilla ergamoota isaa dhiquudhaan amala gad of qabuu akka horatanii fi hojiiwwan xixinnoo obboolota isaaniitiif akka hojjetan isaan barsiseera.

Haalawwan armaan gadii keessatti amala gad of qabuu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

  • yommuu falmiin ykn wal dhabiinsi uumamu

  • yommuu gorsi ykn sirreefamni naaf kennamu

  • yommuu Galma Walgaʼii qulqulleessuun ykn suphuun barbaachisu