Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 11-12

Gara Laafina Argisiisuu Irratti Fakkeenya Yesuus Hordofaa

Gara Laafina Argisiisuu Irratti Fakkeenya Yesuus Hordofaa

11:23-26, 33-35, 43, 44

Amalli gara laafinaa fi namaaf gadduu Yesuus qabu baayʼee dinqisiisaa kan taʼe maaliifi?

  • Haalli namoota hundumaa mudate kan isa hin mudanne taʼus, Yesuus iddoo isaanii of kaaʼuudhaan dhiphinni isaanii isattis akka dhagaʼamu godheera

  • Inni miira isaa namoota duratti ibsuudhaaf hin qaanofne

  • Namoota gargaarsi isaan barbaachisu gargaaruudhaaf dursa fudhateera