Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Rakkinni nu irra gaʼu adaba Waaqayyo irraa dhufe akka hin taane akkamitti beekna?

Caqasa: Yaq 1:13

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkinni maaliif nu irra gaʼa?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Rakkinni maaliif nu irra gaʼa?

Caqasa: 1Yo 5:19

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkina nu irra gaʼu ilaalchisee Waaqayyotti maaltu dhagaʼama?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Rakkina nu irra gaʼu ilaalchisee Waaqayyotti maaltu dhagaʼama?

Caqasa: Isa 63:9

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkina nu irra gaʼu balleessuuf Waaqayyo maal godha?