Onkoloolessa 12-18
BAʼUU 33-34
Faarfannaa 115 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Amalawwan Yihowaa Jaallatamoo Taʼan”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 33:11, 20—Waaqayyo “fuulaa fuulatti, NW” Museetti dubbachaa kan ture akkamitti? (w04-AM 3/15 27 key. 5)
Bau 34:23, 24—Dhiironni Israaʼel ayyaanota waggaatti kabajaman sadan irratti argamuuf amantii qabaachuun kan isaan barbaachisu maaliif ture? (w98-AM 9/1 20 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 33:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda dhaggeeffattoota gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Bashaatuun faayidaa caqasichaa kan ibsite akkamitti? Dhimmicha irratti akka yaadu kan goote hoo akkamitti?
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa? jedhamu itti argisiisiitii boqonnaa 2ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dargaggootaa—Yihowaan Michuu Keessan Isa Hunda Irra Caalu Dhaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dargaggootaa—“Yihowaan Gaarii Taʼuu Isaa Dhandhamaa Ilaalaa” jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 131, 132 fi saanduqa ful. 300
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 20 fi Kadhannaa