Onkoloolessa 26–Sadaasa 1
BAʼUU 37-38
Faarfannaa 43 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 37:1, 10, 25—Godoo qulqullaaʼaa ijaaruuf mukti laaftoo gaarii kan ture maaliifi? (it-1-E 36)
Bau 38:8—Of ilaaleen ykn daawwitiin bara duriitti ture isa yeroo harʼaatti beekamu irraa adda kan taʼe akkamitti? (w15-AM 4/1 15 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 37:1-24 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barruu dhimma namni haasofsiistu sun kaasee wajjin wal qabatuu fi dhiheenyatti baʼee kenniif. (th qoʼannaa 12)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 199 key. 8-9 (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Duula Addaa Mootummaa Waaqayyoo Beeksisuuf Jiʼa Sadaasaatti Godhamu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo dhugaa baʼuu jiʼa Sadaasaa taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 135 fi 136
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa