Qajeelchitoota Chiyaappaas, Meeksikootti Afaan Zootziiliin misiraachicha lallabaa jiran

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Sadaasa 2016

Ittiin Lixa

Ittiin lixa Masaraa Eegumsaa! fi dhugaa Kitaaba Qulqulluu raajiiwwan yeroo harʼaatti raawwatamaa jiran ibsuu. Fakkeenya kenname fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYOO IRRAA ARGAMU

Kitaabni Qulqulluun waaʼee haadha manaa mana ishii qabuu dandeessuu ni ibsa

Yihowaan obboleettiin heerumte tokko amala akkamii akka qabaattu barbaada?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

‘Abbaan Manaa Ishii Yaa’ii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba’

Haati manaa mana ishii qabuu dandeessu abbaa manaa ishiitiif ulfina argamsiisti.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa

Hojiidhaaf ilaalcha sirrii yoo qabaanne itti gammaduu ni dandeenya

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?—Akkamitti Itti Fayyadamna?

Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu yeroo geggeessinu qabiyyee addaa kitaaba Maal Nu Barsiisa? jedhamuutti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMAS DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu”

Lallabni 12 fakkeenyatti fayyadamuudhaan dargaggummaa keenyatti akka gaariitti akka fayyadamnu nu jajjabeessa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dargaggootaa—‘Balbala Balʼaa’ Isiniif Banameen Ol Seenuu Irraa Duubatti hin Jedhinaa

Galmawwan hafuuraa kan akka tajaajila yeroo guutuu baafachuu ni dandeessaa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO KEESSAA ARGAMU

Durba Shulaam—Fakkeenya Hordofuu Qabnu

Shulaamittiin namoota Yihowaa waaqeffataniif fakkeenya gaarii akka taatu kan ishii taasisu maali dha?