Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sadaasa 14-20

LALLABA 1-6

Sadaasa 14-20
  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Lallabaa jedhamu taphachiisi.]

    • Lal 3:12, 13—Hojii itti dadhaban irraa gammachuu argachuun kennaa Waaqayyoo ti (w15-AM 2/1 4-6)

    • Lal 4:6—Hojiidhaaf ilaalcha sirrii qabaadhaa (w15-AM 2/1 6 key. 3-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Lal 2:10, 11—Solomoon qabeenya ilaalchisee maal hubate? (w08 4/15 22 key. 9-10)

    • Lal 3:16, 17—Jalʼina addunyaa keessa jiruuf ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? (w06-AM 11/1 14 key. 8)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 1:1-18

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.6 fuula jalqabaa—Kaardii teessoo JW.ORG kenniif.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.6 fuula jalqabaa—Moobaayilii irraa caqasa dubbisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 22-23 key. 11-12—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU