Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LALLABA 1-6

Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa

Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa

Yihowaan hojii keenyatti akka gammannu barbaada; akkamitti akkas gochuu akka dandeenyus nu barsiisa. Namni tokko hojiidhaaf ilaalcha sirrii yoo qabaate itti gammaduu ni dandaʼa.

Hojii kee irraa gammachuu argachuuf . . .

3:13; 4:6

  • ilaalcha sirrii qabaadhu

  • hojiin kee warra kaan kan gargaaru akkamitti akka taʼe yaadi

  • ciminaan hojjedhu; hojiidhaa yommuu baatu immoo maatii kee fi waaqeffannaa keetiif xiyyeeffannaa kenni