Sadaasa 21-27
LALLABA 7-12
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu!”: (Daq. 10)
Lal 12:1—Dargaggoonni yeroo fi humna isaanii Waaqayyoon tajaajiluuf itti fayyadamuu qabu (w14 1/15 18 key. 3; 22 key. 1)
Lal 12:2-7—Dargaggoonni “barri hamaa” dullumaa wajjin dhufu haala isaanii hin daangessu (w08 11/15 23 key. 2; w06-AM 11/1 16 key. 8)
Lal 12:13, 14—Yihowaa tajaajiluun jireenya kaayyoo qabu jiraachuuf gargaara (w11-AM 11/1 21 key. 1-6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Lal 10:1—‘Gowwummaa xinnoon ogummaa kan balleessu’ akkamitti? (w06-AM 11/1 16 key. 4)
Lal 11:1—“Midhaan kee bishaan irra ceesisi” jechuun hiika maalii qaba? (w06-AM 11/1 16 key. 6)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 10:12–11:10
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 2Xi 3:1-5 —Dhugaa Barsiisaa.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 44:27–45:2 —Dhugaa Barsiisaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 25-26 key. 18-20—Baratichi walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 1
“Dargaggootaa—‘Balbala Balʼaaʼ Isiniif Banameen Ol Seenuu Irraa Duubatti hin Jedhinaa”: (Daq. 15) Viidiyoo Dargaggootaa—Yihowaan Isin Jaallata jedhu taphachiisi. Achiis mata duricha irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 19 key. 1-16
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa
Hubachiisa: Faarfachuu keessan dura muziqaa isaa takkaa dhageessisaa.