Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LALLABA 7-12

“Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu”

“Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu”

Dargaggummaa keessanitti dandeettii keessan Uumaa keessan tajaajiluuf itti fayyadamuudhaan isa yaadadhaa

12:1, 13

  • Dargaggoonni hedduun fayyaa fi humna hojiiwwan ulfaatoo taʼan hojjechuuf isaan dandeessisu qabu

  • Dargaggoonni, dullumni utuu isaan hin daangessin yeroo fi humna isaanii Waaqayyoon tajaajiluuf itti fayyadamuu qabu

Solomoon rakkina dullumni fidu fakkeenyaan ibseera

12:2-7

  • Lakkoofsa 3, NW: “Durboonni karaa foddaa ilaalanis itti dimimmisaa’a”

    Diminished vision

  • Lakkoofsa 4, NW: “Ijoolleen durbaa sagalee isaanii gad qabanii faarfatu”

    Dandeettiin dhagaʼuu ni hirʼata

  • Lakkoofsa 5, NW: ‘Firiin biqiltuu goraa fakkaatuu ni baqaqa’

    Fedhiin nyaataa ni hirʼata