Sadaasa 28–Muddee 4
WEEDDUU WEEDDUU CAALU 1-8
Faarfannaa 27 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Durba Shulaam—Fakkeenya Hordofuu Qabnu”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Weedduu Weedduu Caaluu jedhamu taphachiisi.]
Wed 2:7; 3:5—Shulaamittiin nama garaadhaa jaallattu hanga argatutti eeguuf kutattee turte (w15 1/15 31 key. 11-13)
Wed 4:12; 8:8-10—Yommuu eegdu kanatti amanamtuu fi qulqulluu turte (w15 1/15 32 key. 14-16)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Wed 2:1—Amalawwan Shulaamittiin caalaatti bareedduu akka taatu taasisan kam faʼi? (w15 1/15 31 key. 13)
Wed 8:6—Jaalalli dhugaan “giimii ibiddaa [“labooba Yaah,” NW]” kan jedhame maaliifi? (w15 1/15 29 key. 3; w06-AM 11/15 20 key. 7)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Wed 2:1-17
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) bh—Kitaabicha beeksisuuf viidiyoo Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi? jedhu fayyadami. (Hubachiisa: Viidiyicha hin taphachiisin.)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) bh—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 29-31 key. 8-9
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 48
“Gaaffii Dargaggootaa—Saala Faallaa Wajjin Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuuf Umuriin Koo Gaʼeeraa?” (Daq. 9) Haasaa mata duree “Gaaffii Dargaggootaa—Saala Faallaa Wajjin Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuuf Umuriin Koo Gaʼeeraa?” jedhu irratti hundaaʼee dhihaatu. (JW.ORG irraa, BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA jalaa argama.)
Jaalala Dhugaati moo Sinsinnii Dha? (Daq. 6) Aniimeeshinii gabatee adii Jaalala Dhugaati moo Sinsinnii Dha? jedhamu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa. (JW.ORG irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA jalaa argama)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 19 key. 17-31, saanduqa ful. 196, fi irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa